Psalms 60:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nama si sodaatu ya gorsite, aka worri wollaala keesa inseene.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo akka eboo jalaa bayaniif worra si sodaataniif malkata dhaabde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka daaya jalaa miliqanuuf, ati worra si sodaatuuf, baandiraa akka ol kaafatanu isaaniif kenniteerta.