Psalms 61:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini hojja worra kiyya ira fago jiru, ka ufi jibbad'e si yaamad'a! Nami na qorqoratu, ka harka nyaapa kiyya keesa na baasu si; fulla anini iti baqad'u na geesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa onneen tiyya dadhabde; daangaa lafaatii si waama; gara goda naa olii jiruu na qajeelchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addii kutadhee, qaccee lafaa irraa si waammadha; Gara rassaa na caalaa ol ka'eeruu san na geessi.