Psalms 61:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana kanke qulqullo keesa haga jiru jireenna na teesisi; gaadisa koola keeti jalati na tissi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baraa haga bara baraa daasee kee keessa haa jiraadhuu; gaaddisa koola keetii jalatti haa dayadhuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani bara jiruu tiyyaa mara mana keeti keessa le'uu fedha. Gaaddisa bobaa teetii jalatti baqatuu fedha.