Psalms 61:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, atini kakhu anini siti kakhad'e ya d'ageete, ammalle d'aala nami maqa kanke sodaatu argatu ya naa kennite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! waan woreega kiyya naa dhageetteef; lafa namoota maqaa kee sodaatanii naa kennite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, waadaa kiyya dhageetteerta; qooda worra maqaa keeti sodaatuuf kennite naafille kenniteerta.