Psalms 61:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani anini hojja ch'ufa maqa kanke faarse, guyya ch'ufa kakhu anini siti kakhad'e guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf hennaa maraa maqaa keetiif jajuu dhiyeessa; woreega kiyyallee hennama henna'aan raawwadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyuma guyya'aan waadaa kiyya eegatiisaan, yennaa mara faaru'uun maqaa keeti leellisa.