Psalms 62:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro heddu anini Waaqa, irree tiyyafi jaalalti tiyyaaleeni ind'umatu jed'u d'agaye. Ee AABBO, siumati nama ch'ufa huji isaa gula woi muraafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan tokko dubbate; ani kana hennaa lama dhagaye; hunni ka Rabbiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi takkaa dubbateera; ani waan lama dhage'eera. Sunille, «Hunni ta Waaqaa ti;