Psalms 62:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nama akana kana, ka naabo ch'ach'abdeele ira ingoomne, haga yoomi had'u lakiftani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama haga yoomii miitan? girgiddaa daaqe kana, kaloo daaxxe, isin marti dhiibdanii jissuu dandeettanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama akka dalleya dhaka'aa ka duufee, akka dalleya daaqee te'e tokko, isin haga yoomii isa lolaa teettan ree?