Psalms 62:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani fulla isaa ta guddinna ch'allati isaa gabuusu feetani; isani d'ara jaalatani. Afaani keesanini isa eebiftani, ammo garaa keesati isaa abaartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulfinna guddaa irra isa salphisu'uuf waan kana malan; bakka sobni jirutti gammadan; afaaniin hin eebbisan; garaa ufii keessatti ammo hin abaaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan nama san addee ulfinnaa irraa gad isa buusiisaaf barbaadan. Dhara dubbatiisatti gammadan; afaan ifiitiin hin eebbisan; gadhaa ifiitiin ammoo hin abaaran.