Psalms 62:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee gumi tiyya hojja ch'ufa Waaqa d'uge fad'a, gaargala keesani ch'ufa iti hima, nami nu iti baqannu isa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii! hennaa maraa isa hedadhaa'a; yaada garaa keessanii isa afo'otti dhiyeessaa'a; Rabbi waan irkoo keenna ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolba'a, yennaa mara Waaqatti addadha'a; Waaqi ka itti baqannu waan te'eef, yaada gadhaa keessanii mara itti himadha'a.