Psalms 62:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hafuuruma baafatani fakaata; diqaafi guddaleeni akuma taka jira, woma keesa injiru. Miisana gubba kai, biimi worri diqole inuulfatu, hafuurale ingahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra tuffatamaa irraa dhalachuun duwwa'a; ka kabajjaa qabu irraa dhalachuunillee soba; yoo madaala irrattillee ol bayanii mudhatan maruu wolumatti qilleensa irra salphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan namaa akka qilleensaa ti; namooti marti womaa moti. Isaan yoo madaalamane, qilleensa caalaa sallatan.