Psalms 63:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, atini Waaqa kiyya, nami anini d'araefi guddo barbaadu si. Lubbuuni tiyya, aka lafa ollani iti buute bisaani d'abde gogodde, sii d'eeboti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati Waaqa kiyya; ani garamaan si barbaada; hulee bisaan hin jirretti; lafa qulla'aa fi gogaa irratti; lubbuun tiyya si dheebotte; foon kiyya si yaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, ati Waaqa kiyya; ani si barbaada. Akka lafa bisaan dhaddee goggoddee, lubbuun tiyya si dheebotti; nafi kiyyalle si dharra'a.