Psalms 63:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haga jiru ch'ufa galata sii deebise, harka si dura qabad'e si yaamad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa bara jireenna kiyyaa si galatoonfadha; maqaa keetiin harka kiyya ol kaasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haga jiru si leellifadha; harka kiyya ol qabadhee, maqaa keeti waammadha.