Psalms 64:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa anini gaargala qaba, kad'acha tiyya naa d'agayi anini nyaapa kiyya ya sodaad'e, lubbu naa baasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! jecha mararoo kiyyaa dhagayi; jireenna kiyya dhaaduu diinaa jalaa golgi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, rakkinna keessatti qoonqoo tiyya naaf dhage'i; sodaachisaa diinaa irraa na eegi.