Psalms 64:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa qajeelani ch'ufti waan AABBO Waaqi tolche iraa gammada. Worri dansaani ch'ufti fulla isaati baqate, arti nagaya argate isaa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balchaan Rabbitti haa gammaduu; isa irkoo haa godhatuu; worri garaa qajeela'aa maruu haa gammadanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri balchaan Mootii Waan Maraatiin gammaduu ti; isatti baqatuu ti; worri qajeelaan marti Mootii Waan Maraa leellisuu ti.