Psalms 64:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mala gumi ch'ubbiti seseega yaatu jalaa na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Murtee diddaa hammeeyyi'ii jalaa na dhossi; gumii worra dhibuu jalaa na golgi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mala worra hama'aa duraa, waan hantuu hujiisaa worra wolitti qabamu duraa na dhossi.