Psalms 64:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri mala worraa hama suni keesa woljabeese, fulla t'urura ufi kayu malate waan jed'u, Nami tokoleeni inargu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hamaa raawwachu'uuf woliin mari'atan; Seeritti siiboo dhaabu'uuf mari'atan «Eentu nu arguu danda'a?» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan hantuu hujiisaaf woliin mari'atan; tiyyoo afiisaaf dhossa'aan mala dhowaa, «Eentu nu dhagga?» jedhaa yaadan.