Psalms 64:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri mala hama d'aate waan jed'u, Nu yayu mala dansa namaani balleesinu malanne. D'uguma heregaafi qalbiini namaa waan nami beekhe hubatuniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhara dhayan; akkasuma, «Seera qindeessinee qopheessineerra» jedhan. Ajaa'iba! garaan isaa; sammuun isaallee attam badha'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaadi gadhaa namaatii fi qalbiin namaa gad fagoo waan teeteef, isaan waan hantuu mala dhowanee, «Nuuti mala dansaa dhoonneera» jedhan.