Psalms 64:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami ch'ufti sodaate, waan Waaqi tolche herege, huji isaa odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmaan namaa maruu hin sodaatan; hujii Rabbii addaataa dubbatan; waan inni godhe maraa cadhisanii dhudhuman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami marti hin sodaata; isaan hujii Waaqaa lallabaa, waan inni godhelle yaadanee hin hubatan.