Psalms 65:3 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa cubbuun nu irra gara gale; ati yakka keenna nuu dhiifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuun nu moote; ati ammoo yakkaa teenna nuu araarante.