Psalms 65:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini dabsacha nu kennite, waan mama tolchite nu baafte, akasiini kad'acha teenna nuu d'ageete. Nama lafa keesa jiru ch'ufafi ka galaana gama jiruleeni ch'ufti si abdata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! fayyisaa keenna; balchumma'aan hujii maalale'ee nuu deebisi; ati daangaa lafaa maraafuu; galaana fagoo jiruufillee abdi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa fayyisaa keenna, hujii maade'ee ta balchumma'aatiin deebii nuuf kennita. Worri qaccee lafaa abbaaya'aan gama fagoo jiru martille addii sitti godhata.