Psalms 65:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini tolchite arginaani lafti ch'ufti mamte, wonti atini tolchite nama muumme lafaa jirule ch'ufa ingammachiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri fagaatanii daangaa lafaa jiraatan; sababaa hujii kee ka maalale'eetiif nayan; dhufa bariisa'aatii fi ka galgalaallee akka gammadan isaan goota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bilbaasa ati gooteen, worri biyya lafaa irra le'u duudiin, hin sodaata; addee aduun baatu irraa haga addee aduun seentuutitti, ililleettiin akka dhage'antu hin goota.