Psalms 65:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini bokaya ergite akasiini lafa qorqorate, sagale iti baafte mid'aasita. Laga bisaanini guute, lafale mid'aani iti baafte. Aki atini waan kana tolchitu akana:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa hin tooyatta; hin obaafta; guddiftee duroomsitaan; akka namootaa midhaan kennaniif; laggiiwwan Rabbii bisaaniin guuttamaniiran; ati waan akka akkana ta'u murteessiteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lafa ilaaltee, rooba kennitaaf; guddoo laattuu isii goota. Lagi Waaqaa, bisaaniin guuteera; akkas gootee waan qopheessiteef, kolbaan midhaan dhaggatti.