Psalms 66:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nyaapa keenna, ka nu d'id'itu, nuti lakifte; nu duri ibidaafi fach'aa bisaani keesa yaane, ammo amma tana atini fulla dansaani nu d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka namoonni nutti burraaqan goote; ibiddaa fi bisaan jidduu lufne; dhuma irratti garuu gara eebbaa nu fidde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati akka namooti mataa keenna irratti bayanu goote; ibiddaa fi bisaan keessa dabarre; amma ammoo addee wonni dansaan jirtutti nu baache.