Psalms 66:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini sorio gubani mana kanketiini d'ufe waan imbaasa jed'ele sii baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ciincaa gubamu qabadhee gara mana woyyuu keetii seena; woreega kiyyallee sii raawwadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ciincaa qabadhee gara mana keetii hin seena; waan waadaa gale si'iif hin muummessa.