Psalms 66:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqaa faarsa waan inni kad'acha tiyya d'agaye jaalala isaa ta ind'umanne naa kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka faatee tiyya hin tuffanne; ka jaalala ufii ka bara baraa na irraa hin fageessine; Rabbiin galanni haa gayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadimata kiyya waan hin tuffatiniif, yookiin jaalala ifii ka bara baraa waan na irraa hin fudhatiniif, Waaqi leellifamuu ti.