Psalms 66:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, waan mama, ka Waaqi nama ch'ufa durati tolche laala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kootta'aatii; waan Rabbi godhe laalaa'a; namoota jiddu'utti hujiin isaa sodaachisa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan Waaqi godhe kowa'aa ilaala'a; inni hujii baasaa odduu kolba'aatitti hujeera.