Psalms 66:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni baariini gogose lafa goddu tolche, akasiini ababooti teenna galaana suni miilumaani taakite. Duuba nu maro waan inni achiti tolcheefi gammanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Galaana lafa gogaa godhe; laga lukaan ceeyan; koottaa'a isaan haa gammannuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni abbaayaa gargar kutee, kolbaan isaa miila ifiitiin lafa godduu irra laga Yordaanosii gamatti buute; nuutille waan inni godheen gammanne.