Psalms 66:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni irre ufiitini haga jiru jireenna lafa fide, gosa ch'ufa ila ufiitini qorqorata. Nami tokoleeni isaani morku himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunna ufiitiin baraa haga bara baraa bulcha; ijji isaa banii laalti; eeganaa worri dhibu akka ol ol hin jenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni hunna ifiitiin haga bara baraa hin bulcha; ilti isaa gosa biyya adda addaa hin eeddi. Worri isa finqilu isa irratti hin ka'in.