Psalms 66:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti ch'ufti ha Waaqa keenna faarsitu; faaru isa faarsani ha d'agayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii! Waaqa keenna galatoonfadhaa'a; laagaa galatu'uullee dhageessisaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee, gosi biyya adda addaa Waaqa keenna leellisa'a; qoonqoo ol qabadha'aatii isa leellisa'a.