Psalms 68:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
sabaliisa qarsiini mid'aasani, ka kooli isa aka worqi bibiliqu. Isani nami gari guyya woraana maafi moona ree keesati haftani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo gooruu hoolotaa keessatti argamtanillee; akka koollan handari'ii ka meetii irraa hojjatamee; isin akka baala magariisa worqi'iin uwwifameeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hoolee tissiisaaf duubatti hafe fakkii saphaliisaa ta koolli isi'ii meetii, ta baalli isi'ii worqii bifa magariisaa itti gonfame yennaa qoodamanu isin maaf gooree hoole'ee keessa rattane?» jedhane.