Psalms 68:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Waaqi guddani hayyoota gaara Salmoni gubbati gargari firfirse, inni aka male roobe lafa qabaneese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka maraa danda'u; hennaa mootota achi turan bittinneesse; akka baradaa gaara Salmoonii irratti bu'uu isaan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka waan mara dande'u yennaa mootota lafa sanii bittinneesse, dhakaan bokkeyaa gaara Zaalmon irratti bu'e.