Psalms 68:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareeni Bashani akami gugurdo! Gaareeni tunini fiit'e heddu qabdi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati gaarri guddaan; gaara Baasaanii; ati gaarri qaccee heddu qabdu; gaarri Baasaanii;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaarri Baashaanii gaara ol aana'a; gaarri Baashaanii qaccee hedduu qaba.