Psalms 68:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani maanifi fiit'e teesani d'ed'eertu ira, gaara Waaqi fohate gubbaa tau, tufini laaltani? AABBO Waaqi haga jiru jireenna achi gubbaa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin yaa gaarran qaccee hedduu; gaara Rabbi irra jiraachu'uuf filate; dhugamaan ka Rabbi baraa haga bara baraa irra jiraatu; maaf ija hinaaffa'aatiin laaltan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee isin gaaroti qaccee hedduu qaddanu, gaara Waaqi irra le'iisaaf filate, ka Mootiin Waan Maraa haga bara baraa irra le'u, maaf ila hinaaffa'aatiin ilaaltan.