Psalms 68:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama boojiani heddu fuud'e, fiit'e gaaratiini kore, nama isa didu iraa wofud'ata. AABBO Waaqi achiti gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ol baate; boojuu fidde; Yaa Rabbi! Waandhana! ati achi jiraachu'uuf worri dhibullee uduu hin hafin; namoota irraa kennaa fudhatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa Waaqa, ati yennaa ol baate, boojuu fudhattee gara addee leetuu dhaxxe; kolbaa mara irraa, worra si mormu irralle'ee kennansa fudhatte.