Psalms 68:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, ka guyya ch'ufa ulfinna nuraa fuud'u ha faarsani; Waaqi nu baasu isuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka ba'aa keenna guyyama guyya'aan nuu baatu; Waaqa keenna fayyisaa; Gooftaa galanni haa gayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan, Waaqi fayyisaan keenna, ka guyyaa mara ba'aa teenna ba'atu, leellifamuu ti.