Psalms 68:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma aari lafaa kae baddu, innileeni worra balleesa; akuma ibidi haanch'aa bassu akasuma Waaqi ch'ubbicha balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma aarri bittinnaayu akkasuma isaan bittinneessi; akkuma gagaan ibiddaan baqutti; akkasuma hammeeyyiin Rabbiin afo'oo haa badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma qilleensi aara oofu, atille isaan oofi; akkuma gagaan ibidda duratti baqu, worri hamaalle Waaqa duraa baduu ti.