Psalms 68:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi keenna Waaqa nama baasu; inni AABBO, Aabbo keenna, ka duisa keesaa nu baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi keenna Waaqa fayyisu; du'a jalaa ooluun ka danda'amu Rabbi Goofta'aan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi keenna, Waaqa nu fayyisu; Mootiin Waan Maraa Waaqi ka du'a jalaa nu baasu.