Psalms 68:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi mata nyaapa isa, ka kara ufi hama lakisu didu, ch'ach'absa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugama Rabbi mataa diintota ufii; namoota cubbuu hojjachu'utti jabaatan; mataa isaanii ka rifeensa qabu hin babbaqassa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo mataa diinota ifii, buqqii mataa worra karaa cubbuu ifiititti jabaatuu hin butucha.