Psalms 68:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini nyaapa keesani lafa Bashani keesaa gadeebisa; ammalle d'immu Baariini keesaa fuud'a,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan akkana jedha, «Baasaanii deebisee isaan fida; galaana gad fago'oo keessaallee baasee isaan fida;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan, «Ani diinota keeti biyya Baashaaniitii fi qilee abbaaya'aa keessaa deebisee hin fida;