Psalms 68:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka isani d'iiga worra keesa yaatani sareeni teesanileeni haga dandeetu d'iiga worra d'uddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lutti tee akka dhiiga diintotaatitti baddu; arrabni saree keetiillee gayee ufii akka diina kee irraa argatuuf.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ati dhiiga isaanii keessa ijjatta; sareeleen teetille qooda ifii hin arraabbatan» jedhe.