Psalms 68:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi isaa guddo keesati Waaqa faarsa; isani d'aloota Yakobo, AABBO Waaqa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gumi'iin Rabbiin galatoonfadhaa'a; worri burqaa Israa'elii keessaa argamtan; Rabbiin galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Gumii guddoo keessatti Waaqa leellisa'a; gumii kolbaa Israa'elii keessatti Mootii Waan Maraa leellisa'a» jedhan.