Psalms 68:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa lafa ch'ufa, sirba AABBO Waaqa, ka haguma duriti gubbaa tau, faarsa, aka inni qonqo guddooni lalabe iyyu, ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa mootota ardii tanaa; Rabbii faarfadhaa'a! Goofta'aa weeddisaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee isin mootummooti biyya lafaa Waaqaaf faarfadha'a; faaruu leellisaa Gootta'aaf faarsa'a.