Psalms 68:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabeenna Waaqaa odeesa; guddinni isaa Israeli gubba jira, jabeenni isaa gubba taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaachenni isaa Israa'eliin irra; hunni isaallee duumessaa ol; Rabbiin hunni teeti jedha'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa arnyi isaa Israa'el irra jiru, ka hunni isaa gubbaa keessa jirtu, hunna isaa lallaba'a.