Psalms 68:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Israeli ka mana isaa qulqulloo d'ufu, akami nama sodaachisa! Inni jabeennaafi irre gumi isaati kenna, Waaqa ha faarsani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati mana woyyuu keetitti maalale'e; Waandhi Israa'elii banii ufiitii hunnaa fi jajjabeenna kenna; Rabbiin galanni haa gayu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, addee woyyittii ifii keessaa, attam attam sodaachisa; inni kolbaa ifii Israa'eliif hunnaa fi jabeenna kenna; Waaqi leellifamuu ti.