Psalms 68:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqaa sirba, maqa isa faarsa; ka dumansa yaabatu kara mid'aasaafi. Maqaani isa AABBO Waaqa — isa durati qilit'ama!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii faarfadhaa'a; maqaa isaatiif weeddisaa'a; ka duumessa irra deemu kabajjaa'a; Ka maqaan isaa Rabbi jedhame afo'otti guddisa'aa gammadaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqaaf faarfadha'a; faaruu leellisaatiin maqaa isaa faarfadha'a; ka duumensa irra deemu saada'a; maqaan isaa Mootii Waan Maraa ti; isa duratti ilillisa'a!