Psalms 68:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama ch'eekho qabu worra kenneefi nama hid'aansa keesa jirule hiikhe balchoomse, ammo nama isa didu lafa aloo ta d'eebichati galcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hojja jiraatan maatii jidduu jiraachisa; worra hidhame hidha'aa hiikee akka fishiriqan taasisa; worri dhibu ammo gammoojjii keessa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi worra qofi le'uuf maatii hin kenna; worra hidhamelle qananumma'atti hin baasa; finqiltooti ammoo goomolee godduu keessa le'an.