Psalms 69:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ch'arqi naqad'e jennaani sunile na koblani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa uffata gaddaa uffadhe; nama mammaakaa na godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woyaa gaddaa yennaa uffadhe, nama ittiin mammaakanu isaaniif te'e.