Psalms 69:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'oqe keesa lit'u na d'owi harka nyaapa kiyyatiifi bisaani qile keesaa na baasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Leephoo keessaa na baasi; akka liqimfamu na hin dhiisin; bisaan xiillaa irraa; worra na jibban sanniin irraa na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhoqqee keessa lixiisa irraa na hamburi; diinota kiyya jalaa, qilee bisaanii keessaa na baasi.