Psalms 69:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, maro dansuma jaalala tante ta ind'umanneeti jed'i, na d'agayi; naasu tante guddooni nati deebii!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! jaalalli kee ka bara baraa waan mishaa ta'eef naa dhagayi; haguma baay'inna gara laafummaa keetiitiin gara kiyya deebi'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, jaalalli keeti ka bara baraa dansaa waan te'eef, deebii naaf kenni; marartii teeti guddo'oon gara kiyya deebi'i.