Psalms 69:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini d'oqe keesa lit'uu jira, lafti godduuni ta anini ira ejad'u injirtu; anini yayu bisaani qile keesa seene d'awaani bisaani diquma na infud'atini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee ijjata lukaa hin qabne; leephoo gad fagoo keessatti liqimfameeraa; bisaan xiillaa keessa seene; dambaliin na liqimse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani qilee caffa'aa keessa lixe; miilli kiyya waan irra dhaabbatu dhabe; ani qilee bisaanii keessa lixe; lolaan na liqinse.